Accessibility links

Breaking News

Kooviid-19 Dura Dhaabbachuu Jabeessuu


US, Dhabbata fayyaa adunyaa fi qaamoleen biro waliin ta’uun haga Fulbaana bara 2022tti ummata adunaa keessaa dhibbeentaa 70 ta’uu tallaalsisuuf galma ka’aaniru.

Sana fiixaan baasuuf biyyoonni omisha talaallii heddumeessuu , arjoomummaa ykn garggarsaa talaallii gochaa jiran dabaluun waadaa COVAXf seenaan fixa baasuti itti jira.

Sana gochuudhaan gufuu dhuma hojii talalli fi tallalsisu gidduutti nu mudate ture furu dandeenya.

Kana qofa miti; biyyoonni dhihessifi kuusaa talaalliiwwaani sirritti caasaan fayyadamuun duula ummata jumlaan tallaalsissuu akkasumas hojjettoota eegumsa fayyaatiifis deggersa gochuu qabu.

Dimokraasiin kan ittu jajamu keessaa rakkoowwan wal xaxaa dura dhaabbachuu kan danda’u ta’uu isaa, mala qabaachuu isaa fi yeroo barbaachisaa ta’etti ariitiin kan akka haala isaatti furuu danda’u ta’uu isaa ti.

Keessumaa immoo yeroo jeequmsaa keessatti fedhii uummataaf deebii laachuuf kutataa ta’uu isaa ti.

Dhibee COVID-19 dhaabsisuuf biyyoonni lammiiww

XS
SM
MD
LG